Nesru Michael
Nesru Michael
Website keenyaan oomishoota biyya keessafi Alaa kanneen dhaabbilee berkamoon oomishaman beeksisuufi ummata baldhaa biraan gahuuf tajaajila kennuun hojiirra akka ooluufi gurgurtaa asiin kanneen barbaadan ajajatanii akka argatan ni gonna.
Carraa online marketing kanneen addunyaa digital waliin gara fuula duraatti nu ceesisan ummata biyya keenyaa biraan kallattiin akka gahu ni goona.
Humna keenya ummata tajaajiluun jireenya ummataa digital ni gona.